Gadaan Gadaa Barnoota

.

BARUMSA WALITTI FUUFAA JECHOOTA HAYYOOTA

@Balbalicha_Dhiphaa

KUTAA 1FFAA

 Ifa guyyaa argachuuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama.  Wiiliyaam Shekipiir

 Kaleessaaf gaabbuuf boriif dhiphachuun guyyaa har’aa balleessuudha.   Maaksim Tiroobey

 Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jala ba’uu hin dandeessu.   Wiiliyaam Shekispiir

 Sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka’i!   Jecha warra Inglizii

 Addunyaa kana jechi ibsu hin jiru.   Jecha warra Moorookoo

 Nama carraa qabu galaanatti yoo darbateyyuu qurxummii  qabatee ba’a.    Jecha warra Arabaa

 Namni suuta deemuu dafee bakka yaade ga’a    Jecha warra Chaayinaa

 Daandii bakka yaadde sigeessisu utuu hin beekin adeemsa hin jalqabin.    Jecha warra Inglizii

 Namni waan hundumaa hawwu nama guddaadha. Namni waan argachuu danda’u qofa hawwummoo nama ogeessa.   Jecha warra Aayilaandi

 Namni dogoggorasaa mul’isee himatu akka nama kosii mana keessaa haruuti.    Maatammaa Gaandii

 Nama tokko dogoggorasaarraa deebisuun hojii guddaadha.   Abirahaam Liinkan.……..

itti fufaa Kutaa 2ffaa Yeroo dhiyootii 

……..

Yaadaaf

@Ermiyaas_Daanyuu_Tilahun

Chaayinali keenyaa t.me/Balbalicha_Dhiphaa n Dhaloota Barsiisuuf Hubachiisuuf hunda’e Dhoksaa Seexaan Hundaa dirreetti Basan dhaloota Argama Kiristoos Keessaa Jirtu Hundeessuuf Barbaadan

  naqaa441

Search

Latest Stories

Design a site like this with WordPress.com
Get started